OBN International: Lammiileen biyya alaa Ayyaana Irreechaa irratti hirmaatan

Ayyaanni Uummataa guddaa akkanaa namoonni miiliyoonaan lakkaa'amu baayyinaan irratti argaman hambaa addunyaa ta'ee galmaa'uu akka qabus dubbatan.

0
138

OBN International .25,2012-Lammiileen biyya alaa Ayyaana Irreechaa irratti hirmaatan ayyaanni guddaan kun bal’inaan beeksifamuu akka qabu himan.
Ayyaanni Uummataa guddaa akkanaa namoonni miiliyoonaan lakkaa’amu baayyinaan irratti argaman hambaa addunyaa ta’ee galmaa’uu akka qabus dubbatan.
Yeroo gara biyya isaaniitti deebi’an beeksisuun hawwata tuuristii akka ta’uuf kan hojjetan ta’uus himan.
Aadaa akkanaa beeksisuuf lammiileen Oromoo ala jiran irraas hojii guddaan akka eegamu dubbatan.
Akaaluu Baqqalaatu gabaase

 

Suuraa OBN InternationalSuuraa OBN InternationalSuuraa OBN International

LEAVE A REPLY

Please enter your comment!
Please enter your name here